Guest
obboo temesgeen duraan dursee maqaa ummata oromootin akkamin siin jedha ? itti aansuudhaan akkuma beekamu dhimmaa maaster plaanitiin wal qabatee ummanii oromoo dhumuun isaa ni beekama .eessa fa'atti yoo jenne amboo ,haramyaa ,baale fi iddoo adda addatti. kanaaf Tv fi Raadiyoon oromiyaa kan dhaabbatte qabeenya ummata oromooti osoo ta'u namoonni dhuunfaa achi keessa hojjatan jibba ummata oromoo irraa qabanii jecha namni tokkollee ambotti hin duune jechuun dabarsee jira.eshi erga namni hin du'inii raadiyoon itoophiaa maaliif namni toba ambootti namoonni sadi baaletti sababa maastar plaanitiin du'anii jiru jedhee dabarse? assaayimentii siif haa ta'u.
wanti garaa nama nyaatu tv oromia ilma namaa lubbuun isaa rasaasna ambootti bade hin gadisiisne qabeenya ambootti badetu gaddisiise lama naaf jedhi.
nuti amma immoo wayyaanee waliin dhiisnee wayyaanee oromiyaa keessa jirtu waliin diddaa gabrummaa keenya jalqabna.siif haagalu bilisummaan kan argamu tokkoffaa Dhaabbata raadiyoo fi Tv oromiyaa yoo achirratti isin irratti gubne soba ni dhiistu.
ijjanno saba bal'aati
May 10, 2014, 6:28 p.m. GMT